Numbers 2:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma AABBO Waaqi Musani jed'e kaani, worra gosa Lawi gosa Israeli taani d'ibiini wolti inhenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ganda Yihuuda'aatii worri laakkayaman maruu akka duula isaaniitiin kuma dhibba tokkoo fi saddeettamii jahaa fi dhibba afur; akka kanaan gofti Yihuuda'aa firrisanii deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee quttumaa ta worra Yihuda'aa keessa akka golii golii isaaniititti akka qubatanu, namooti laakkowamane marti wolumatti 86,400. Worri dursee duula bayu isaan kana.