Numbers 20:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isaafi Harunini gumi ch'ufa rabsu d'akha durati wolti yaamani jennaani Musani waan jed'eeni, Isani worra wa didu kana ch'aqasa! Nu rabsu d'akhaa kana keesa bisaani isanii baasu feetani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuse'ee fi Aaroon dhagaa biratti banii wolitti qabanii «Isin worra nama dhibu dhagayaa'a! nu dhugamaan dhagaa kana keessaa bisaan isinii baafnaa?» isiniin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuse'ee fi Aaron rassaa duratti wolde'a wolitti qabanee, Muuseen kolba'aan, «Isin worri jallaameyyiin, dhage'a'a! Nuuti rassaa kana keessaa bisaan isiniif baanyaa ree?» jedhe.