Numbers 20:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani harka olfud'ate, rabsu d'akhaa kaani maro lama ule sunini d'ae, jennaani bisaani muumme inqamne keesaa baafatani, namafi sai ch'ufti d'uge d'eebu bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Muuseen harka ol fudhatee hennaa lama ule'een dhagaa dhayee bisaan baay'een bayee baniin fi horiin isaaniillee dhugan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen harka ifii ol kaasee, ulee ifiitiin yennaa lama rassaa san dhowe; bisaan keessaa lola'ee, kolba'aa fi horiin isaaniille unane.