Numbers 20:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi waan Musafi Harunini jed'e, Waan isani na d'aarefatani gumi Israeli durati na ch'eersitanifi, isaani gumi tana lafa anini worraa kakhad'eti ingeesitani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'ee fi Aarooniin «Isin banii Israa'elii jiddu'utti waan natti amantanii ana hin woyyoomsineef banii kana qabattanii gara biyya ani isinii kennee hin galtan» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo Muuse'ee fi Aaroniin, «Israa'eloota duratti ana woyyicha gootanee ulfeessiisaaf, natti waan hin addatiniif, lafa ani isaanii kennetti isaan hin galchitanu» jedhe.