Numbers 20:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani, ato Kadeshi jiru, nama hayyu Edomuti erge waan jed'eeni, Oboleyaani tante gochiti Israeli waan jettu, Atini gaargala nu arganne ch'ufa imbeeta,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen biyya Qaadeesiitii gara mootii Edomiyaasii dhaamsa ergee, «Obboleessi kee Israa'el akkana siin jedha; rakkoo nu irra gaye atuu hin beetta;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen Qaadeshi irraa gara mootii Edoomii ergantootaa ergee, «Obboleessi keeti Israa'el, ‹Rakkinna nu irra dhaqqabe mara hin beetta;