Numbers 20:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba nu AABBO Waaqati boonne, inni boha teenna d'agaye malaika, lafa Misiri keesaa nu baaftu, nuu erge. Nu amatana Kadeshi jira, dira fulla seera lafa teesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa nu gara Rabbii iyyine innillee rakkinna keenna dhagayee Maleekkaa ergee biyya Misiriitii nu baasee kunoo amma gara daangaa qachaa Qaadeesiin jirtuu dhufnee teenneerra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yennaa nuuti gara Mootii Waan Maraa iyyine ammoo, inni iyya teenna dhage'ee ergamaa ergee biyya Gibxi'ii keessaa nu baase. Amma tuuti meessaa lafa teetii, qachaa Qaadeshii jirra.