Numbers 20:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri Edomu waan jed'eeni, Nu ee injennu, aka isani lafa teenna keesa dabartani! Hojja isani akasi iti gamtani, nu haane isani balleesina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Edomiyaasillee, «Biyya keenna keessa akka luftan isin hin hoffolchinu; yoo lufu'uuf yaaltan ammo baanee guraade'een isiniin lolla» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Edoomii deebisee, «Nuuti akka isin biyya teenna keessa dabartanu hin eeyyannu! Dabariisaaf yoo wodhaantane, shallaaga'aan baanee isin lolla» jedhe.