Numbers 20:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli waan jed'eeni, Nu kara kanke gudda iraa ingorru, yo namafi saileeni bisaani keesani d'uge nu gati baamna, wonti nu feenu dabriti ch'alla.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii «Karaa irra hin deemna; anii fi horiin kiyyallee bisaan kee yoo dhunne gatii hin kaffalla waan biraa womaa hin goonu; lukuma calla'aan keessa lufna» jedhaniin; inni ammo «Hin luftan» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti deebisanee, «Nuuti karaa guddaa irraa hin gorru, nuutille yookiin horiin keennalle yoo bisaan keessan une hin kaffalla; nuuti miila qofaan keessa dabarra malee, waan dhibii womaa hin goonu» jedhane.