Numbers 20:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan worri Edomu worra Israeli lafa isaani keesa dabru d'owefi, worri Israeli garagale kara d'ibi godaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akka baniin Israa'elii daanga'aan hin lufne dhoogginaan baniin Israa'elii irraa dacha'ee karaa biraatiin deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Edoomii worra Israa'elootaa lafa ifii keessa dabariisa waan dhooggeef, Israa'elooti irraa goranee karaa dhibii deemane.