Numbers 20:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
achiti woya qaallu iraa baasi, Eleazari kayi, duuba Harunini artumati dua.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aarooniin irraa uffata mulqii ilma isaa Alaazaritti uwwis; Aaroon achumatti du'ee worra ufii ka du'etti haa eda'amuu»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
achitti woyaa Aaronii hayyicha gudda'aa ta hayyumma'aa irraa baasiitii ilma isaa Ele'azaaritti uffisi. Aaron achitti hin du'a» jedhe.