Numbers 20:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani maanifi lafa aloo tanaani nu d'uftani? Nufi hori keenna balleesu feetani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu'uu fi horiin keennallee akka dhumnuuf banii Rabbii kana gara biyya gammoojji'ii kana maaf nu fiddan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin maaf kolbaa Mootii Waan Maraa as goomolee tana keessa nu fiddane? Nuutille, horiin keennalle akka asitti dhumannuufii motii ree?