Numbers 20:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani maanifi lafa Misiri keesaa nu baaftani, lafa hamtu woma imbaamne tanaani nu d'uftani? Mid'aani injirani, odaani injiru, zabibuni injirtu, okhokuleeni injirtu, waan d'ibi lakisi bisaani afaanileeni injirani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee hamaa kana nu fidu'uuf maaf biyya Misiriitii nu baaftan? biyyi kun midhaan, balasii, muka woyini'iitii fi roomaanii hin qabnee fi bisaan dhuganillee hin qabuu» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya Gibxi'ii keessaa nu baattanee addee wonni tokko itti hin lanne maaf nu fiddane? Addee tana midhaan, harruun, woyniin, midhaan muka rumaanii hin jiru; bisaan unanuuyyuu hin jiru» jedhane.