Numbers 21:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni Aradi ka lafa Kanaani bitaa jiru, aka worri Israeli kara Atharimutini d'ufu d'ageennaani worra had'e ka gari boojie.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Aaraad ka biyya Kana'aanii ka gara bita'aatiin quphate karaa Ataarimiitiin worri Israa'elii akka dhufan dhagayee worra Israa'eliititti duulee isaan keessaa namoota hagoo booji'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Araadii nami biyya Kana'aanotaa, ka Negeb keessa le'u, Israa'elooti karaa Ataariim geessuun dhufiisatti akka jiranu yennaa dhage'e, isaan lolee, isaan keessaa garii booji'e.