Numbers 21:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Artile kaani, galaana Arnoni gama suni qubatani, lafa aloo ta lafa Amori ira baatu. (Galaani Arnoni sunini seera lafa Moabutifi Amori gargari baasa.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiillee ka'anii gammoojjii daangaa Amoorotaa keessaan Arnooniin gamatti quphatan; Aarnoon daangaa worra Moo'aabiitii fi worra Amoorotaa waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achille'ee ka'anee goomolee haga lafa Amoorotaatitti badhattu keessa laga Aarnoniitiin gama qubatane; lagi Aarnonii Mo'aabotaa fi Amoorota odduu meessaa irra jira.