Numbers 21:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan sunitifi kitaabi had'iisa AABBO Waaqa waan akana dubbata: dira Wahebu arda Sufatifi baleele keesa; galaana Arnonini,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf kitaaba wonti lola Rabbii keessatti barreeffame keessatti akkana jedhan «Waaheebii naannoo dhooqa Suufaa keessaa Aarnoonii lafa gaaraatii fi lafa dhooqaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Kitaaba lolaa ka Mootii Waan Maraa keessatti, «Waahebii Sufaa keessaatitti, dhooqa laga Aarnoniititti,