Numbers 21:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arti kaani lafa Eellani jed'aniti godaanani, duuba AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Biyya wolti yaami, bisaani obaasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa gara boolla bisaan Bi'eerii deeman; Bi'eeriin kun boolla bisaanii ka Rabbi Muusee «Boolla kana biratti banii wolitti qabi; ani bisaan isinii kennaa» jedhee itti dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan achii ka'anee gara Berii, lafa bisaan boollaa addee Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Kolbaa wolitti qabi; anille bisaan isaanii hin kenna» jedhee, dhaqane.