Numbers 21:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi worri Israeli faaru tana d'aate: Ee madoole, bisaani nu kenna. Nuleeni imfaarsina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san worri Israa'elii faaruu kana faarfatan; «Ati burqaa nana burqi; isin faarfadha'aaf;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan Israa'elii, «Ee boolla bisaanii, bisaan burqi! Nuutille faaru'uun nageya si fuuna!