Numbers 21:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eela hayyuuni qote ka jaaroleeni mid'aasite, ka ororo hayyutifi konfi jaaroletini qotani. Duuba lafa aloo suni kaani Matana qubatani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri burqaa bisaanii qotan, bulchoota abbootaatii fi bulchoota bani'iiti; wonti isaan burqaa kana qotaniinillee ulee bulchiinsa mootummaa isaaniitii fi ulee isaaniitiin.» Lafa gammoojji'ii keessaan gara lafa Mateena'aa deeman;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Boolla bisaanii ta bulchitootii fi qondaaltoti kolba'aa ulee bokku'uutii fi ulee ifiitiin gad qotane» jedhanee faaruu tana faarsane. Achiin duuba goomolee sanii ka'anee gara Maataanaa deemane;