Numbers 21:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bamothi kaani bale lafa Moabu keesa fiit'e gaara Pisga jala, ta lafa alooti qajeeltuti qubatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baamootiin irraa gara mataa gaara fasgaa ka lafa gammoojjii irraa mudhatuu gara dhooqa gammoojjii Moo'aabii deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baamotille'ee ka'anee gara dhooqa goomolee lafa Mo'aabotaa keessaa, ta qaccee gaara Phiisga'aa irraa gad mudhattuu dhaqane.