Numbers 21:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Sihonini aka worri Israeli lafa isaa keesa dabru ee jechu dide. Inni duula baase lafa Yahasa ta aloo d'aqe worra Israeli had'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seewoon worri Israa'elii lafa isaanii keessa akka hin lufne dhoogge; Seewoon banii maraa wolitti qabee worra Israa'eliitiin lolu'uuf gara gammoojji'ii yaa'aa'a; inni gara Siinii dhaqee worra Israa'eliitiin lole.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Sihoon ammoo kolbaan Israa'elii akka lafa isaa keessa dabartu hin eeyyanne. Inni loltoota ifii wolitti qabatee, Israa'eloota loliisaaf gara goomole'ee dhaqee, Yaahazitti Israa'eloota lole.