Numbers 21:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri Israeli worra suni had'e fit'e, lafa worra haga galaana Arnoniti fud'ate galaana Yabokiti d'aabe, akasi jechaani haga lafa gosa Amoni: wonti akanatiifi seera gosa Amoni guddo jabeesani eegani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Israa'elii guraade'een isaan fixanii biyya isaaniillee Aarnoonii haga laga Yaabooqii ijoolleen Amoonii irra jirtuutitti lafa isaanii dhaalan; lafti ijoolleen Amoonii irra jirtu ammo sirri'itti waan eeggamuuf achi seenuu hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, Israa'elooti isa ijjeesanee, lafa isaa laga Aarnoniitii haga laga Yaaboqiititti, haga meessaa Amoonotaatitti qabatane; meessaan Amoonotaa guddoo waan eegameeruuf laga Yaaboqii hin dabarre.