Numbers 21:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Heshbonini sunini dira gudda ka hayyuuni Amori, ka Sioni jed'ani keesa tau hayyuuni sunini hayyu Moabu ka duri lafa suni fide had'e, lafa isaa ch'ufa haga galaana Arnoni iraa fud'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haseboon qachaa Seewoonii mootii worra Amoorotaatitti mootichi kun mootii duraa mootii Moo'aabiitiin lolee haga lafa Aarnoonii lafa isaanii maraa fudhatee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Heshiboon qachaa guddicha mootii Amoorotaa Sihoonii ti; inni dur mooticha Mo'aabii ka durii lolee, lafa isaa haga laga Aarnoniititti irraa fudhateera.