Numbers 21:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi nami sirba sirbu waan jed'u: Heshboni koota, dira hayyu Sioni! Nu isa deebisani jaarani argu feena.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf akkana jedhee mammaakaan dubbate, «Gara Haseboonii koottaa'a! qachaan tun haa ijaaramtuu! qachaan Haseboonii haa hundeeffamtuu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf worri weeddisu, «Gara Heshiboonii kowa'a! Qachaan kun deebi'ee ijaaramuu ti; qachaan guddichi Sihoonii adde'etti deebi'uu ti!