Numbers 21:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli gaara Hori biraa, kara galaana Diimati deemu, gula godaane aka lafa Edomu maru. Ammo karaati biyyiti obsa d'abde
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya Edomiyaasii gaara Hooriitii ka'anii hennaa deeman, karaa galaana diima'aa biraan deeman; baniin waan karaa dheeraa deemanii guddisanii dadhabaniif abdii kutatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti lafa Edoomii irra maranee dabariisaaf, gaara Hooriitii ka'anee karaa abbaayaa diintuu geessu deemane; kolbaan ammoo karaa irratti ossa fixattee,