Numbers 21:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqafi Musati gungumte waan jette, Atini maanifi lafa Misiri keesaa nu baafte, lafa aloo tana ta liqimsafi bisaani inqamne keesati nu fit'a? Nu sagale hamtu tana ya dad'amne!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Rabbii fi Muuse'een, «Biyya gammoojji'ii kana keessatti haa duunu'uuf maaf nu baaftan? Bisaanii fi wonti nyaatanillee hin jiru; dhiyana hin fayyanne kana nyaachuu nafti keenna balfeera!» jedhanii gururi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqaa fi Muusee irratti gunguntee, «Goomolee tana keessatti akka duunuuf, isin biyya Gibxi'ii keessaa maaf nu baattane? Sagaleen hin jirtu! Bisaan hin jiru! Nuuti sagalee womaa hin baane tana jibbineera» jette.

Recommended Reading