Numbers 21:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'eeni, Bofa sibiila diima iraa mid'aasi, mukhati fannisi aka nami bofi nyaate, yo bofa sibiila suni millate, fayyu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenillee bani'ii Rabbiin kadhate; Rabbi Muuse'een «Bofa sibiila diimaa irraa hojjadhuutii ija isaanii afo'otti muka irratti fannisi; namni bofni idde maruu yoo bofa ati fannifte kana laalu hin du'u; lubbu'uun jiraata» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraalle Muuse'een, «Dhudhuufaa sageettu'uu tolchiitii utuba'atti fannis; nami dhudhuufaan idde gara isaa yoo ilaale hin fayya» jedhe.