Numbers 22:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Balaki hayyu Moabuti jaarole tana nati erge waan nani jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bala'aamillee Rabbiin, «Ilmi Seefoorii Baalaaq mootiin Moo'aabii ‹baniin biyya Misiriitii baye kunoo dhufee lafa guuteeraa koottuu maal laataa yoo ka woraanee isaan ari'uu danda'uu naa abaari jedhee› dhaamsa natti ergeera» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bala'aam deebisee, Waaqaan, «Mootiin Mo'aabii, ilmi Ziphoorii Balaaqi ergantoota tana gara kiyya ergee,