Numbers 22:11 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gochiti toko ta lafa Misiriti d'ufte ya lafa ch'ufa qabate; kooti, nuraa falfali, abaari yo atini abaarte anini hegeri dandae worra had'e lafa keesa balleesa naani jed'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Kolbaan takka biyya Gibxi'iitii dhuttee lafa duudii guutteerti; amma koyiitii isaan naaf abaari; achiin duuba ani akka wotoo isaan lolee biyya keessaa ari'ee isaan baasuu hin dande'a fa te'a› anaan jedhe» jedhe.