Numbers 22:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi waan Balamuni jed'e, Worra kana gula indeemini, ammalle worra Israelile falfalte inabaarini, wonti akanatiifi worri eeba tiyya qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Bala'aamiin, «Isaan woliin hin deemin; baniin banii eebbifame waan ta'eef hin abaarin» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ammoo Bala'aamiin, «Isaan woliin hin dhaqin. Kolbaan sun ta eebbifante waan teeteef, ati isaan hin abaarin» jedhe.