Numbers 22:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti bariite jennaani Balamuni lafaa kae jaarole suni d'aqe waan jed'eeni, kaa gala; AABBO Waaqi yayu isani gula deemu na d'owe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bala'aam obboroo lafaa ka'ee bulchoota Baalaaqiitiin, «Akka ani isin woliin deemu Rabbi waan hin feeneef gara biyya keessanii deemaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bala'aam boruyyaa ganama ka'ee, qondaaltota Balaaqi erge saniin, «Akka ani isin woliin dhaqu, Mootiin Waan Maraa waan na dhooggeef, gara mana keessanii gala'a» jedhe.