Numbers 22:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Balamuti d'ufe waan jed'eeni, Balakini waan siini jed'u, Wonti tokoleeni d'ufiisa atini gara kiyya d'uftu inhanqisiini!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee gara Bala'aamii dhaqanii, «Ilmi Seefoorii Baalaaq guddisee si kabajja waan ati jette maraa sii godhaa yabo'oo hin didinii gara kiyya koottuutii banii kana naa abaari siin jedhe jedhanii itti himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gara Bala'aamii dhaqanee, «Ilmi Ziphoorii Balaaqi, ‹Gara kiyya dhufiisa irraa wonni tokkolle si hin dhooggin!