Numbers 22:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Balamuni waan jed'e, Ato Balakini mana isaa ka qarsifi worqiini guute sunile naa kenne, anini dandae dubbi AABBO Waaqa kiyya diqole indabru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bala'aam deebisee garboota Baalaaqiitiin, «Uduu Baalaaq birrii fi worqii mana isaa guute naa kennelle'e jecha Rabbii Waaqa kiyyaa waan guddo'oo fi diqqo'ottillee yakkuun naa hin danda'amu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bala'aam ammoo deebisee isaaniin, «Balaaqi mana ifii ka mootumma'aa ka meeti'ii fi worqi'iin guutame san yoo naaf kennelle, ani ajaja Waaqa kiyya Mootii Waan Maraa irra dabaree waan guddoo yookiin waan diqqoo hujuu hin dande'u.