Numbers 22:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hataatuti, isanileeni akuma jaarole taani halkani kana bula, aka anini dubbi AABBO Waaqa iraa eegad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ammallee waan Rabbi natti himu laalaa yabo'oo edana na bira bulaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle waan Mootiin Waan Maraa dabalee natti dubbatu akka beekuuf, worri duraa sun akkuma as bulane, isinille edana as bula'a» jedhe.