Numbers 22:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harreeni taani, malaika goraade harkaa qabdu, ta kara keesa ejitu arginaani kara iraa gorte oobru seente. Ammo Balamuni harre suni d'aane karaati deebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harrattiin isaa maleekkaa Rabbii ka guraadee harkatti qabatee karaa irra dhaabatu argitee karaa irraa gortee qonna keessa seente; Bala'aam harrattii san kara'atti deebisu'uuf dhaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Harreen sun ergamaan Mootii Waan Maraa shallaagaa buqqifatee, harkatti qabatee, karaa keessa dhaabbatuun yennaa dhaggite, karaa irraa ficha'atti gorte; Bala'aamille kara'atti deebisiisaaf dhowe.