Numbers 22:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani malaikaani fulla karaani iti qalatu, ta jiddu oobru zabibu lamaani, ta d'akhaani marsani aka dalaa jaarani, ejite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Rabbii hulee muka kaloo dhaga'aan ijaaramee jidduu karaa keessa dhaabate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ergamaan Mootii Waan Maraa karaa dhiphaa addee oorruu woyni'ii lamaan ka dalleenni dhaka'aa gara lamaaniinuu jiru keessa dhaabbate.