Numbers 22:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harreeni taani waan jetteeni, Anini harre tante, ta atini haguma d'alate yaabateniti? Anini arra male, taka ya akana sitolche? Inni, Hiyo jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harrattiin Bala'aamiin, «Dur irraa haga adhaa na hin yaabbannee? Asiin dura ani akka adhaa kana si rakkisee beekaa?» jette. Innillee «Wa'a! akkana gootee hin beettu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Harreen sun deebittee, Bala'aamiin, «Ani harree teeti ta ati yennaa mara, haga guyyaa adhaatitti irra teettuu motii? Ani akkas sitti te'ee beekaa?» jette. Innille, «Waawwo'o» jedheen.