Numbers 22:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi ila Balamu bane, inni malaika goraade harkaa qabdu, ta kara keesa ejitu arge, duuba Balamuni gajed'e isa durati jige.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ija Bala'aamii banee maleekkaan Rabbii guraadee harkatti qabatee ka karaa irra dhaabatu argee kallachaan kufee sagadeef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootii Waan Maraa ila Bala'aamii banee, ergamaan Mootii Waan Maraa shallaagaa buqqifate san harkatti qabatee, karaa keessa dhaabbatuun dhagge; Bala'aam fuula ifiitiin lafatti gad gombifame.