Numbers 22:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Balamuni waan malaika AABBO Waaqatini jed'e, Anini ya ch'ubbu tolche; aka atini, kara keesa ejite na d'owarte anini imbenne; ammo amma tana hojja atini deema tiyya tana ira hameenna agarte keesa deebia.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bala'aam maleekkaa Rabbiitiin, «Ani hin yakke; akka ati na afoo karaa irra dhaabatte hin beenne; kanaafuu amma deemsa deema'aaru kana yoo hin barbaanne uf irra deebi'a» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bala'aam, ergamaa Mootii Waan Maraatiin, «Ani cubbuu hujeera; akka ati anaan mormiisaaf, karaa keessa dhaabbatteertu hin beenne. Amma deemiisi kiyya kun yoo si gammachiisin hin deebi'a» jedhe.