Numbers 22:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo malaikaani waan jetteeni, Indeebiini, jara kana woliini yaa, ammo waan anini siini jed'u male waan d'ibi injed'ini. Duuba worri kae woliini yae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Rabbii Bala'aamiin, «Ati namoota woliin deemi; garuu waan ani sitti himu callaa dubbatta» jedheen; Bala'aamillee bulchoota Baalaaqii woliin deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Mootii Waan Maraa, Bala'aamiin, «Jara tana woliin deemi; ammoo waan ani sitti himu qofa dubbadhu» jedhe. Maarre Bala'aam qondaaltota Balaaqii woliin deeme.