Numbers 22:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balakini aka Balamuni d'ufu jiru d'agaye jennaani, dira Ari, ka seera Moabu galaana Arnoni d'aatu jiruti, argu d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baalaaq akka Bala'aam dhufe haga dhagaye gara qachaa Moo'aabii ta daangaa Arnoonii jirtuu isa simachu'uuf dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Balaaqi akka Bala'aam dhufiisatti jiru yennaa dhage'e, isa fudhatiisaaf gara qachaa Aarii ka Mo'aab keessaa, ka bisaan Aaronii bira irga lafa isaa jiruu dhaqe.