Numbers 22:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balakini waan isaani jed'e, Atini maanifi gaafa anini qara si yaame ind'ufini? Waan anini waan guddo sii kennu qabu inseetu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baalaaq Bala'aamiin, «Ani akka ati dhuftuuf nama sitti hin erginee? Maaf gara kiyya hin dhufne? Ani dhugamaan si kabajjuu hin danda'uu?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Balaaqi, Bala'aamiin, «Ani akka ati ariifattee dhuttu gara keeti ergeeraayyuu motii? Ati maaf gara kiyya dhufuu dhadde? Ani ulfinna sii kennuu hin dande'uu?» jedhe.