Numbers 22:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Balamuni waan jed'eeni, Anini ya d'ufeeniti? Ammo qara irreeni anini qabaad'e wojed'uuni tami, ta Waaqa male?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bala'aam Baalaaqiin, «Ani kunoo gara kee dhufeeraa waa dubbachuu danda'aa? Dubbii Rabbii ka Rabbi afaan na kaaye dubbadha» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bala'aam deebisee, «Kunoo, amma gara keeti dhufeera; ammoo waan Waaqi akka dubbadhu natti hime qofa dubbadha malee, waan tokkolle hin dubbadhu» jedhe.