Numbers 22:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Moabu waan jaarole Midianitini jed'e, Tuuti nama ta muumme inqamne tunini amumatana waan d'aatu teenna jira ch'ufa araabdi, akuma qotiyoni marra araabde fit'u. Tanaafi Balakini
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Moo'aab jaarsota worra Miidiyaamiitiin, «Akkuma sangaan marga marge dheedee fixu duulli naannoo keenna jiru kun waan naannoo keenna jiru maraa fixa» jedhaniin; hennaa san ilmi Seefoorii Baalaaq mootii Moo'aabii ture;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mo'aaboti maanguddoo Miidiyaaniitiin, «Akkuma qotiyyoon marra diida keessaa muxuqqi gootu, gumiin tun waan adaala keenna jiru mara muxuqqi hin gooti» jedhane; tanaaf ilmi Siphoorii Balaaqi, ka yennaa san mootii Mo'aabii te'eeru,