Numbers 22:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gara Balamu ilma Beori, ka Pethori jiru, d'aatu galaana Efrati lafa Amawi, nama iti erge yaame. Worri ergani suni waan jed'eeni, Balakini waan sini jed'u gochiti toko, ta muumme inqamne, ya lafa Misiriti d'ufte, nu mudamsiifte lafa teenna fud'achu feeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hennaa san Baalaaq gara banii isaa naannoo lagaa faatura'atti Safareeru gara ilma Bi'oorii Bala'aamitti ergee, «Baniin tokko biyya Misiriitii dhufee as jira; kunoo baniin kun lafa guutee nu biratti quphateera;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ilma Be'orii Bala'aam ka qachaa Phetorii qarqara laga Efraaxiisii lafa dhaloota ifii jiru waansisiisaaf nama itti ergee, «Kolbaan takka biyya Gibxi'iitii dhuttee, lafa duudii guutteerti. Isaan dhikoo tiyya qabataneeran.