Numbers 22:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri heddu, nura jira, tanaafi kooti, worra kana falfali, abaari. Yo atini hegeri abaarte nu worra dabsanne lafa teenna keesaa baamna. Anini imbeekha, nami atini eebiftufi eeba argata, ammo ka atini abaartu abaarsa argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
baniin kun waan na caaluuf ani isaaniin loolee akka lafa kana irraa isaan ari'uu danda'u yabo'oo koottuu naa abaari; ka ati eebbifte hin eebbifama; ka ati abaarte akka abaaramu waan beekuuf» jedhee akka isa waaman namoota itti erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan na caalaa hunnaameyyi'i; tanaaf koyiitii isaan naa abaari; akka wotoo ani isaan injifadhee biyya keessaa ari'ee isaan baasuu hin dande'a fa te'a. Nami ati eebbitte eebbifamaa, nami ati arbaartelle abaaramaa akka te'u ani hin beeka» jedhe.