Numbers 22:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba jaaroleeni Moabutifi ta Midiani beese worra Israelitini abaarani fud'atte, Balamu d'at'e d'aamsa Balaki iti himte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf jaarsonni Moo'aabiitii fi jaarsonni Miidiyaamii gatii ittiin moru harkatti qabatanii gara Bala'aamii dhaqanii waan Baalaaq jedhe itti himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre maanguddooti Mo'aabiitii fi Miidiyaanii beesee kaffaltii moru'uu qabatanee, gara Bala'aamii dhaqanee, ergaa Balaaqii itti himane.