Numbers 22:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balamuni waan jaaroleeni jed'e, Arra arma bulla, bori waan AABBO Waaqi nani jed'u isaniti hima. Duuba jaaroleeni Moabu fulla Balamu bulte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «Adha galgala as bulaa'a waan Rabbi natti hime isinitti himaa» isaaniin jedhe; bulchooni worra Moo'aabiillee Bala'aamiin bira bulan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bala'aam isaaniin, «Edana as bula'a; anille boru waan Mootiin Waan Maraa natti hime isinitti hin hima» jedheen. Maarre maanguddooti Mo'aabotaa Bala'aam bira bulte.