Numbers 23:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balamuni waan jed'eeni, Anini waan AABBO Waaqi na jechisiisu male dandae waan d'ibi indubbad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee deebisee, «Ani waan Rabbi afaan kiyya keessa kaaye dubbachu'uuf dhugamaan uf hin eeguu?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni deebisee, «Waan Mootiin Waan Maraa akka ani dubbadhuuf natti hime dubbatiisa qabaa motii ree?» jedhe.