Numbers 23:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Balakini waan Balamuni jed'e, Kooti, nu yaasi fulla d'ibi ta atini worra Israeli haga toko argitu si geesa. Duuba artiti worra falfali, naraa abaari.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baalaaqillee, «Yabo'oo achi dhaabattee daangama isaanii callaa laaltaa na woliin koottu; mara garuu hin argitu; achumaa isaan naa abaari» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Balaaqi, Bala'aamiin, «Gara addee dhibi'ii ta isaan dhagguu dandeettu woliin dhandhaatii koy; isaan keessaa worra diqqaa qofa malee, mara isaanii hin dhaggitu. Achi dhaabbadhuutii isaan naaf abaari» jedhe.