Numbers 23:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balamuni waan Balakini jed'e, Sorio gubani tana bira eji, anini achi deeme Waaqa arga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bala'aam Baalaaqiin, «Ani achi deemee Rabbiin woliin akka dubbadhu ati hulema ciinca'aa kana biratti na eegi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bala'aam, Balaaqiin, «Ani achitti Mootii Waan Maraatiin wol dhaggiisaaf yennaa deemu, ati ciincaa keeti ka gubamu bira as turi» jedhe.